Maal Ta'e Diinnikoo

Second Album of Megersa Bekele Song

Faarfannaa Magarsaa Baqqalaa Lakk. 2ffaa

Maxxansa Second album of Megersa Bekele Song jedhu kana keessatti, faarfannaa 12 isiniif dhiyeessina. Magarsaa Baqqalaa Faarfataa beekamaa maqaan isaa yoomiyyuu Faarfannaa keessatti kan hin irraanfatamnedha. Faarfannaa isaatiin Uummata Oromoo dabalatee namoonni Afaan Oromoo hin dhageenye illee itti eebbifamaniiru. Namni Faarfannaa isaa dhaga’ee hundumtuu baay’ee itti gammada. Egaa faarfannaa lakk. 2ffaa kan inni maxxanse, bara 1990 keessa yeroo ta’u, Faarfannaa beekamoo akka Madda Aara Galfii, Maal Ta’e Diinnikoo fi Gooftaan Si Eega jedhufaa of keessaa qaba. Nutis akka isin itti gammaddaniif faarfannaa kana jaallannee isiniif qoodnee jirra. tokkoon isaanii liinkii armaan gadii irra isiniif keenyee jirra. Akka itti gammaddanii fi eebbifamtan abdii qabna.

Lubbuukoo
Gooftaakoo Waaqa Jiraataa
Madda Aara Galfii
Maal Ta’e Diinnikoo
Atoo Kan kooti
Burqaa Eebba Hundumaa
Gooftaan Si Eega
Siin Haareffame
Akka Simbirroo
Ganama Obboroo
Maaqii Uffateera
Yemmuun Taa’ee Yaadu

Akkamitti Download Akka Godhattan

Download gochuuf kan isin rakkisu yoo ta’e, jalqaba kan isin gochuu qabdan kanadha. Fuuldura Faarfannaa Download godhachuu barbaaddanii deemtanii, tuqaa sadan sana tuquu, achii booda, download kan jedhu isiniif fida. Sana booda download godhachuu dandeessu. Bal’ina isaatiif suuraa armaan gadii ilaaluu dandeessu.

3 thoughts on “Second Album of Megersa Bekele Song”

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *